#MoE

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-09-06 16:35:26 UTC
AdYour ad here[email protected]

#MoE Beeksisa 📢 Barattoota bara barnootaa 2019tti manneen barnootaa manneen barumsa bultii addaa (boarding) sadarkaa 2ffaa federaalaa keessatti barachuuf galmooftanii, sababoota adda addaatiin qormaata seensaa hin fudhatin haftan hundaaf: Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2019tti barattoota manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa federaalaa keessatti galmaa’anii, qormaataaf filataman qormaata akka fudhatan waamicha godhee jira. Haa ta’u malee, barattoota qormaataaf filatamtanii sababoota adda…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]