#Waamicha

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-09-09 12:50:27 UTC
AdYour ad here[email protected]

#Waamicha #Yuunivarsiitii_Booranaa Barattoota yuunivarsitii Booranaa buleeyyii waggaa 2ffaa fi sanaa olii jirtan hundaaf; Bara barnootaa 2019'f guyyaan galmee Fulbaana 07 fi 08 tahuu isaa isin beeksisaa, iddoon galmee block guddicha reegistraara yuunivarsitichaa tti qaamaan argamuun galmee keessan akka yeroo ibsame keessatti raawwattan isin beeksifna. Hubachiisa: ~ Baattootni guyyaa jedhame dursees tahe boodatti hafee dhufe kan hin keessummeessine tahuu isin beeksifna. Barattoonni bara 2018…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]