#MoE
#MoE Remedial placement ● Barattoota bara 2018 A.L.I. Qormaata Biyyoolessaa Xumura Barnoota Sadarkaa Lammaffaa fudhattanii, sagantaa Rimidiyaal (Remedial) tiin bu’aa seensa dhaabbilee barnoota olaanaa galmeessitan hundaaf: ◇ Filannoo ramaddii dhaabbilee barnoota olaanaa keessanii Fulbaana 7, 2019 A.L.I. irraa eegalee hanga Fulbaana 11, 2019 A.L.I. tti, gara mana barumsaa deemuun osoo isin hin barbaachisin, bakka jirtanitti teessanii liinkii armaan gadii fayyadamuun ofii keessanii akka guuttan…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗