Beeksisa

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-09-24 16:27:09 UTC
AdYour ad here[email protected]

Beeksisa MoE Barattoota haaraa fi buleeyyii Mana Barumsaa addaa federaalaa sad 2ffaa Waliisoo, hundaaf: Barattoota duraan Mana Barumsaa addaa fedraalaa sadarkaa 2ffaa Waliisoo keessatti barachaa turtan, akkasumas barattoota haaraa kutaa 9ffaa fi 10ffaa irratti ramadamtaan hundaaf, guyyaa barnootaaf itti galtan yeroo itti aanu keessatti kan isin beeksifnu ta'a. Kanaaf, hanga guyyaan itti galtan ifatti beeksifamutti obsaan akka eegdan isin hubachiifna. 💥Hubachiisa: Barattoonni haaraa gara manneen…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]