#MoE
#MoE Beeksisa Qormaata Seensaa Mana Barumsaa Addaa Sadarkaa Lammaffaa Federaalaa Ministeerri Barnootaa, beeksisa iddoowwan duwwaa manneen barnootaa addaa sadarkaa lammaffaa federaalaa keessatti argaman irratti barattoota fudhachuuf baaseen, barattoota galmaa’anii qormaataaf filatamtaniif qormaanni seensaa boru, Sanbata, Onkololeessa 07/2019 A.L.I. sa’aatii 3:00 ganama kan kennamu ta’uu beeksiseera. Kanaafuu, barattoonni guyyaa fi sa’aatii ibsame irratti wiirtuu qormaataa isiniif ramadameetti…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗