#Update

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-07-16 19:59:43 UTC
AdYour ad here[email protected]

#Update Gahee ogummaa isaanii qofa osoo hin taane, hojii isaanii keessatti jaalala haadhummaa agarsiisan Yuunivarsiitii Dabre Taaboor keessatti buufata qormaataa kutaa 12ffaa irratti eegumsa nageenyaa taasisaa kan jiran miseensonni Poolisii Federaalaa, gahee ogummaa isaanii qofa osoo hin taane hojii isaanii keessatti fakkeenya namoomaa ta'anii mul'ataniiru. Inispeektar Almaaz Tashoomee fi Saajin Gargaaraa Raabiyaa Abdallaa hojii nageenyaa fi adeemsa qormaataa sirnaan raawwachuu isaanii…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]