#Update

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-07-16 19:59:43 UTC
AdYour ad here[email protected]

#Update Ilma isaanii waliin qormaata kutaa 12ffaa fudhachaa kan jiran abbaa waggaa 62 wajjiin walbaraa Abbaan waggaa 62, Obbo Yuusuf Ibraahim, ilma isaanii waliin Yuunivarsiitii Diree Dhawaa keessatti qormaata kutaa 12ffaa fudhachaa jiru. Naannoo Somaalee, Godina Siitii irraa kan dhufan abbaan kutataan kun damee Saayinsii Hawaasaatiin qormaata fudhachaa jiru. Dargaggoota ijoollee isaanii fi ilmaan ilmaan isaanii wajjin umurii wal fakkaatu waliin qormaata fudhachuun isaanii kabajaa fi gammachuu…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]