#EHPLE

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-07-21 16:13:19 UTC
AdYour ad here[email protected]

#EHPLE Dhaabbilee Barnoota Olaanaa irraa sagantaa digrii jalqabaatiin kan eebbifamtan ogeeyyiin fayyaa, qormaata eeyyama ogummaa fayyaa Ministeerri Fayyaa Hagayya 2018 A.L.I. kennu fudhachuuf, Waxabajjii 30/2018 A.L.I. irraa eegalee odeeffannoo keessan sirnaan walitti hidhachaa akka jirtan ni beekama. Yoo odeeffannoo keessan sirritti hin guunne ta'e, warri galmee galmaawe haaraan fi kan duraanii, odeeffannoo keessan walitti hidhachuun kan danda'amu hanga Jimaataa, Adooleessa 17/2018 A.L.I. qofa…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]