#Update
#Update #Grade8result Bu'aan qormaata kutaa 8ffaa boru ifooma = BBO Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin (firiin) isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a jechuun biiroon barnoota Oromiyaa ibse. #Hubachiisa:- Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo jiru ni addeessa. Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗