#Update
#Update #Grade8result Gadhiifamee jira. Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2018 ifoomeera! Odeeffannoo fuula Facebook Biiroo Barnoota Oromiyaa irraa arganneen yeroo ammaa kana bu'aan qormaata naannoo barattoota kutaa 8ffaa bara 2018 kan Naannoo Oromiyaa ifoomuu isaa ibsamee barattoonniis bu'aa isaanii ilaallachuu eegalanii kan jiraniidha. Bu'aa keessan link armaan gadii kana seenuun ilaallachuu dandeessu. Website :- http://oromia.ministry.et SABA GUDDAA WAAN TAANEEF…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗