#BBNS
#BBNS Biiroon Barnootaa Naannoo Sidaamaa beeksisetti Barsiisotni manneen barnootaa Naannoo Sidaamaa kanneen sagantaa gannaa keessatti dippiloomaa irraa gara sagantaa digriitti sadarkaa isaanii fooyyessuuf leenjii hordofuuf, Hagayya 11, 2018 A.L.I. qormaata seensaa karaa interneetiin fudhatanii 50% fi isaa ol galmeessan, bakka leenjii isaanii Yuunivarsiitii Hawaasaa fi Yuunivarsiitii Arba Minch ta'uu isaa akka hubatan jedhame. Haaluma kanaan, barsiisotni barnoota Seenaa (History) dhaan qormaata…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗