#NGAT

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-07-25 12:27:16 UTC
AdYour ad here[email protected]

#NGAT Ministeera barnootaatti ragaan odeeffannoo tajaajila qormaataafi madaallii barnootaa irraa argame akka mullisutti galmeen Qormaata Seensa Sagantaa Barnoota Digrii Lammaffaa (NGAT) hanga Adoolessa 25, 2018 A.L.I. qofa akka itti fufu beeksise. Liinkii galmee: https://ngat.ethernet.edu.et Qormaata kana fudhachuuf Faayidaa ID ( waraqaa eenyummaa biyyooleessaa qabaachuun dirqama. Kaffaltiin tajaajilaa qarshii 750 yoo ta'u, yeroo galmee Telebirr fayyadamuun kaffaluu qabdu. Akka ibsa sanaatti…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]