#BEEKSISA
#BEEKSISA #BBO BARSIISOTA JIJJIIRRAA BARBAADAN HUNDAAF; Biiroon Barnootaa Oromiyaa jijjiirraa barsiisotaa fi dura bu’oota manneen barnootaa moosaajiin gaggeessuu jalqabuun ni yaadatama. Haaluma kanaan, jijjiirraan bara kanaa (2018) kan gaggeeffamu, Torban tokkoo booda karaa Online’n kan gadhiifamu waan ta’eef, barsiisotniifi dura bu’oonni jijjiirraa barbaadan hundi: ~Jijjiirraan Moosaajii fi Moosaajii qofaan ta’uu hubachuu; ~Ragaa barbaachisaa qabdan dursitanii qopheeffachuu; ~Kanaafuu beeksisa…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗