#Sidama

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-07-28 11:26:25 UTC
AdYour ad here[email protected]

#Sidama Ibsa biiroona barnootaa naannoo Sifaamaa baaseen, naannichatti leenjii sagantaa gannaatiin barnootaa Dipiloomaa irraa gara Digiriitti guddisuuf dorgomtanii kan dabartan barsiisotni 534 Yuunivarsiitii Hawaasaa, Arba Minchii fi Kootebee keessatti ramadamuu keessan biirichi ibsee jira. Ramaddiin kun qoodinsa leenjii Ministeerri Barnootaa kenne irratti hundaa'uun kan raawwatame ta'uun ibsameera. Kanaafuu, ramaddii keessan har'a irraa eegalee (Adooleessa 21, 2018 A.L.I.) Waajjira Barnootaa…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]