#MoE
#MoE Barsiistootni Leenjii gannaatiin sadarkaa barnootaa Diippiloomaa irraa gara Digrii jalqabaa fooyyessuuf calallii darbuun filatamtan, guyyaan galmee keessanii Adoolessa 24 fi 25, 2018 A.L.I. ta'uu isaa Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa akka ibsetti, sagantaan leenjii gannaa sadarkaa barnootaa barsiisotaa fooyyessuuf waggoota darban keessatti addaan cite ture yeroo ammaa deebi'ee jalqabuuf yunivarsiitiileen 8 filatamaniiru jedhe. Isaanii; 1,Yunivarsiitiileen filataman…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗