#MoH
#MoH Namoonni Yuunivarsiitiiwwan irraa ogummaa digirii jalqabaa Anesthesiatiin eebbifamtanii, qormaata barreeffamaa darbitanii, akkasumas qormaata hojii (OSCE) fudhachuuf galmee xumurtan, qormaanni Kamisa, Adooleessa 23, 2018 A.L.I. akka kennamu Ministeerri Fayyaa beeksiseera. Qoramtootni qormaata kana fudhattan har'a Adooleessa 22, 2018 A.L.I. keessaa sa'aatii 8:00 irraa eegalee bakka qormaataa irratti argamuun, akkaataa qormaanni itti kennamu irratti ibsa duraa (Orientation) hordofuun dirqama…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗