#Update

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-07-30 12:23:37 UTC
AdYour ad here[email protected]

#Update Rakkoon yeroo galmee NGAT kaffaltii Telebirr raawwachuun walqabatee ture, kaleessa galgala irraa eegalee furamuu isaa beeksifameera. Amma tajaajilli sun sirriitti hojjechaa waan jiruuf, kaffaltii keessan raawwachuun galmee keessan xumuruu ni dandeessu. Galmeen Qormaata Seensaa Sagantaalee Barnoota Digrii Lammaffaa (NGAT) hanga Sanbata, Adoolessa 25, 2018 A.L.I. qofa kan gaggeeffamu ta'uu isaa Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera. Galmaa'uuf: [NGAT Registration…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]