#MoP

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-08-02 16:53:18 UTC
AdYour ad here[email protected]

#MoP Ministeerri Nageenya biyyooleessaa leenjii marsaa 15ffaa Dargaggoota Tola Ooltummaa Nagaa Biyyoolessaa Yuunivarsiitii Hawaasaa fi Jimmaatti jalqabeera. Leenjiin har'a jalqabame keessaa, Yuunivarsiitii Jimmaatti qofa dargaggoonni 1,000 ol ta'an akka hirmaatan ibsameera. Leenjii kana keessatti ijaarsa yaadaa (mindset) fi leenjii ogummaa garaagaraa dargaggootaaf ni kennama. Leenjiin kunis dargaggoonni ofii isaanii fi namoota biroo akka hubatan, waliin jireenya nagaa akka cimsatan, akkasumas…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]