#BBNA
#BBNA Naannoo Amaaraatti bu'aan qormaata xumuraa kutaa 6ffaa bara barnootaa 2018 ifatti gadhiifameera. Naannichatti barattoonni kutaa 6ffaa 194,374 qormaata fudhatan keessaa 165,342 (85.06%) keessaa isaanii dhibbeentaa 50% fi isaa ol galmeessisuun qormaata darbuu isaanii Biiroon Barnootaa Naannoo Amaaraa beeksiseera. Bu'aa ilaallachuuf 👇 https://amhara6.ministry.et/#/result� Marsariiticha erga bantan booda, lakkoofsa galmee barataa fi maqaa jalqabaa Afaan Amaaraatiin galchuun, "Check your…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗