#MoE
#MoE Ministeerri Barnootaa bara barnootaa 2019 kanatti barattoota miliyoona 30 ol galmeessuuf karoorfatee jiraachuu ibse. Galmeen barattootaa bara barnootaa 2019 Hagayya 26 irraa eegalee hanga Pagumee 5/2018 A.L.I tti ni gaggeeffama. Barattoonni gara mana barumsaa akka deebi'anii dhufanii fi hanga xumura bara barnootaatti barnoota isaanii akka itti fufan hojii bal'aan ni hojjetama jedhamera. Rakkoo nageenyaa dabalatee sababoota garaagaraatiin barnoota irraa addaan bahan deebi'anii gara mana…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗