#Update
#Update Qormaanni Madaallii Gahumsaa (Competency Assessment) eebbifamtoota ogummaa fayyaa Hagayya 13–15/2018 ni kennama. Eebbifamtoonni ogummaa fayyaa maqaan isaanii Faaydaa (Fayda ID) waliin walqabsiifamee qormaataaf eeggachaa jiran, Adooleessa 27–30/2018 qofa keessatti marsariitii https://hple.moh.gov.et/ seenuun Fayda ID fi Password isaanii galchuun bakka qormaataa isaanii akka filatan Ministeerri Fayyaa hubachiiseera. Bakkaaleen qormaataa hundi damee ogummaa tokkoon tokkoon keessatti…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗