#AAU

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-08-03 12:44:47 UTC
AdYour ad here[email protected]

#AAU Bara barnootaa 2019 kanatti Mana Barumsaa Moodeela hawaasa Yunivarsiitii Finfinnee (AAU-MCS) keessatti ijoollee keessan barsiisuuf galmeessitan hundi: Hubachiisa Hojjattoota yunivarsiitichaa hin dabalatu. Qormaanni seensaa barattootaaf Roobii, Adooleessa 29/2018 A.L.I. sa'aatii 4:00 ni kennama jedhameera. Kanaafuu, ijoollee keessan qabattanii bakka galmeen itti gaggeeffamu (Kiiloo shan) sa'aatii 3:30 tti akka argamtan yuunivarsitichi beeksisee jira. Yunivarsiitichi akka ibsetti, barataan…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]