#Beeksisa

ABDII_SABAA_UNIVERSITYneutral2026-08-08 22:35:02 UTC
AdYour ad here[email protected]

#Beeksisa #MoE Barattoota Kutaa 10ffaa Mana Barumsaa bultii Addaa Federaalaatiif Ministeerri Barnootaa manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa bultii addaa Federaalaa 5, kanneen bara 2018tti barnoota isaanii eegalan keessatti, bara barnootaa 2019 irraa eegalee barattoota kutaa 10ffaa dabalataa simatee barsiisuuf qophii taasisaa jira. 📌 Galmeen barattootaa yeroo dhiyootti ni jalqaba. Ulaagaaleen galmee, yeroo galmee fi odeeffannoowwan dabalataa yeroo dhiyootti ifoomu. 👉 Barattoonni, maatiin…

Read the full story at abdii_sabaa_university ↗
AdYour ad here[email protected]