#BBO
#BBO BEEKSISA Guutuu Oromiyaatti Galmeen Ni Jalqabama. Biiroon Barnootaa Oromiyaa Galmee Barattoota Bara 2019 Kamisa Hagayya 14/2018 Bul/ Magaalaa Shaggaritti akka eegalchiisu ibse. Kanaafuu, Barattootni Idileefi Haaraan Gara MB Deemuun Akka Galmooftan Beeksisaa Manneen Barnootaa kanaan dura jalqabdanis hanga Qaammee 5/2018 akka itti fuftan hubachiifna jechuun fuula feesbuukii isaanii irratti maxxansanii jiru. Hubachiisa: Barataan Galmaa'u Hunduu Waraqaa Eenyummaa Faayidaa(Fayida_ID) Qabaachuun…
Read the full story at abdii_sabaa_university ↗