❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #update #Grade_12 🔴Barattootaaf Maatii Barattoota hundaaf ⚠️ Qabxiin amma gad hin dhiifamu!! Amma gadhiifameera jedhanii odeeffannoo sobaa kennuun barattoota dhiphisaafi burjaajii keessa galchaa kan Jiran chaanaalota sobaa irraa of eeggadhaa!! 📣 Qabxiin kan gadhiifamu har’a galgala sa’aatii 5:30 ykn boru ganama gadhiifama jedhameera. ✅Maatiin keenyaa of egaannoo godhaa qabxii Gadhifaamee hin jiru oddefannoo dhugaaf nuu Hordoofaa ▶️Youtube 👇👇 http://bit.ly/4m2OTUK ❤️ Telegram…
Read the full story at olmaa_addunyaa ↗